draycargos

Fe'uumsaa Gogaa

Fe’uumsa meeshaa gogaa biyya keesaa fi biyya alaa,   qindeessudhaan gurma’inaan ni hojjaana;keessattu fe’uumsa gogaa biyya keessaa fi Biyya alaa buufata Jibuutii irraa gara  biyya keessa fi biyya keessaa gara Jibuutitti.