Fulduraa

Tajaajila Geejjiba kamiiyyuu ni kennina
Geejjiba Uummataa Aammayyaawaa ta'e
Tajaajila qulqulluu fi saffisa filadhaa.

Daawwanaa garee Kennuu

Namoota gareen ta'anii iddoowwan addaa addaa daawwachuu barbaadaniif tajaajila geejjibaa gahaa ni kennina.

IMALLI KEESSAN GADAA WALIIN HAA TA'U

Deeggarttuu Lukaa /Milaa

Baasiin keenya Aammaayyaawaa halaa mijataa kan qabu yoo ta'u. kanneen keessaa deggartuun miilaa isa tokkodha.

IMALLI KEESSAN GADAA WALIIN HAA TA'U

Teessoo Mijawaa fi Deeggarttuu Ciqilee/dhundhumaa

Baasiin keenyaa halaawaan mijataa qabuu kessaa deeggarttuun ciqilee isaa tokkoo dha.

IMALLI KEESSAN GADAA WALIIN HAA TA'U

Tajaajilli dhaabbanni keenya kennu

Fe'uumsa Gogaa

Tajaajila fe’uumsa meeshaa gogaa biyya keesaa fi biyya alaa, qindeessudhaan karaa gurma’ina qabuun ni hojjaana.

Tajaajila Geejjiba Uummataa

Konkolaatan geejiba uummataa Gadaa Baasii adda kan taasisu mana fincaanii ykn mana boolii qabachuu keenya.

Tajaajila Daddabarsaa

Daddabarsaa Gumurukaa

Halaa miidhagaa ta'een daddabrsa meeshalee maamiltootaa keenyaa karaa gaarii fi qulqull ta'en ni kennina

Fe'uumsa Daddabarsaa

Meeshalee fe'uumsaa garaa alaa irraa garaa biyaa kessaa ni galchinaa, akkasumas wadabaa Jibuutii irraa tajaajila fe'umsaa ni kennina.

Tajaajila Gorsaa

Tajaajila gorsa qajeelaa fi garii ta'e maamiltootaaf ni kennina. Milkaa'ina hojii keessaniif koottaa waliin haa Hojjennu.

Tajaajila Imalaa fi Daawwannaa

Baga Nagaan gara Dachee Oromiyaa dhuftan

Baga Gara Dachee Oromiyaa Biyyaa Hayyuu Qaraa Biyya allattiwaan garaa garaa Badhaatuu, Gabbattuu Magarsituu Hundaa Nagayaan dhuftan! Oromiyaan Dachee Seenaa qabeetti Biyya Qabeenya Uumamaafi Namtolcheetiin badhaate,Ummata Aadaa,seenaafi Afaan isaatiin boonu kan qabdu,akkasumas baay’ina Ummataatinis ta’ee bal’ina dacheetin heddu kan bekkamtu; bal’ina Afaansaatiin akka dachee Afriikaatti sadarkaa 3ffaa irratti kan argamu dachee Lalistuu fi magariisa bonaafi gannaati Oromiyaan.
Sirna Gadaa
Nooruu! Anaa Dhufu! Kottaa Nu Daawwadhaan Affeerraa Keenya!
Paarkii Tokkummaa,Inxooxxoo fi Shaggar
Nooruu! Anaa Dhufu! Kottaa Nu Daawwadhaan Affeerraa Keenya!
Saqqaa, Abbaa Booraa fi Qeexxoo
Nooruu! Anaa Dhufu! Kottaa Nu Daawwadhaan Affeerraa Keenya!
Paarkii Biyyolesaa Baalee,Awaashi fi Gaarreewaan Kaabaa
Nooruu! Anaa Dhufu! Kottaa Nu Daawwadhaan Affeerraa Keenya!
Arba Baabbilee, Warabessaa fi Harara Jogol
Nooruu! Anaa Dhufu! Kottaa Nu Daawwadhaan Affeerraa Keenya!
Haroo Baatuu,Wancii fi Shaalaa
Nooruu! Anaa Dhufu! Koottaa Nu Daawwadhaan Affeerraa Keenya!
Ayyaana Irreechaa!!
Nooraa! Anaa Dhufu! Koottaa Nu Daawwadhaan Affeerraa Keenya!
Holqa Baroo,Sof-Umaar fi Waraabessaa
Nooraa! Anaa Dhufu! Koottaa Nu Daawwadhaan Affeerraa Keenya!
Dirree Shek-Huseen, Masaraa Kumsaa Morodaa fi Abbaa Jifar
NNooraa! Anaa Dhufu! Koottaa Nu Daawwadhaan Affeerraa Keenya!

Tajaajilawaan keenya yeroo dhiyootti

Mana suphaa Ammayyaawaa(workshop)

Sakatta'iinsa Waggaa

Leenjii Heeyyama Konkolaataa

Leenjii Heeyyama Konkolaataa

Gommaa Konkolaataa Raabsuu

Buufata Boba'aa

Kaayyoo Dhaabbatichaa

Waldaan Geejjiba Gadaa kan hundaa’e kaayyoo armaan gaditti jiran galmaan ga’uuf yoo ta’u isaanis:-

  • Fe’umsa meeshaa gogaa biyya keesaa fi biyya alaa, fe’umsa  fi tajaajila fe’umsa deddeebisa uummataa biyya keessaa  qindeessudhaan karaa gurmaa’en hojjeechuu.

  • Suphaa konkolaattoota adda addaaf kan oolu mana suphaa konkolaattotaa haala ammayyaatiin qopheessuun tajaajila suphaa konkolaattota kennuu.

Teesson Keenya

Finfinnee ,naannawa Stadiyeemii, Giddu galaa Aadaa Oromoo
irraa meetira shantama (50M) . Gamoo PanAfrikaa Gamoo 2ffaa irratti argama.

Imeeliin keenya

contact@gedatransport.com

Nuf Bilbiila

Opireeshinii fe'uumsa gogaa qunnamuuf:-09-30-09-73-91/0115-52-75-55/0115-58-34-72
Tajaajila Fe'uumsa Uummataaf:-09-83-80-80-80/0115-58-31-64

Nu Hordoofaa